2026 Keessatti Technology Kun Jireenya Namaa Akkamitti Jijjiiraa Jira?
2026 Keessatti Technology Kun Jireenya Namaa Akkamitti Jijjiiraa Jira? Read More »
Nuure TechnologyIntroduction 2026 Keessatti Technology Kun Jireenya Namaa Akkamitti Jijjiiraa Jira? Technology’n yeroo ammaa jireenya namaa keessaa baay’ee guddaa ta’e qabatee jira. Bara 2026 keessa immoo jijjiiramni isaa daran saffisaa ta’eera. Har’a namni bilbila harkaa qofaan hojii hojjechuu, barachuu, hojii argachuu, qarshii erguu fi odeeffannoo addunyaa hordofuu danda’a. Kun hundi hojii technology ti. Waggoota muraasa dura […]

