Daadoo (Hinfala)
Namoonni dabaree naqachuudhaan hojii walii irratti daadoodhaan wal gargaaru. Namoonni daadoo waliin hojjatan dabaree naqatanii guyyaa tokko nama tokkoof hojjatanii guyyaa itti aanutti nama isa kaaniif hojjatu. Haala kanaan miseensota hundaaf hojjatamee wal ga’a. Marsaa lammaffaaf ammas irra deebi’amee jalqabama. Akkuma daboo hojiin hojjatamu dursamee himama. Meeshaan hojichaaf barbaachisu fudhatamee dhaqama. Daadoo keessatti kan nama […]
