Kallattii Miidiyaa
Kallattii Miidiyaa Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaSagantaan raadiyoo yeroo jalqabaatiif Afaan Oromootiin tamsa’aa ture hiika Qur’aanaa Muhammad Rashaad Abdallaati. Bara warri Amaaraafi warri isaan hordofu Afaan Oromoo Raadiyoo cabsee ba’a jedhan keessa Muslimoonni Harar Moqaadishoo keessatti Raadiyoo Afaan Oromoo tamsaasu bananii tamsaasaa turan. Namni gocha kana irratti gahee guddaa qabu Muhammad Rashaad Abdullee ture. Namni kun guddina Afaan Oromootiif kallattii hundaan […]
