Uumamaan Sabaafi SablammoonniJiraachuu

Uumamaan Sabaafi SablammoonniJiraachuu Read More »

Oromummaa fi Islaamummaa

Rabbiin ni jedhe: “Nuti dhiiraafi dubartii irraa isin uumne; akka wal beektaniif jechas sabootaafi sablammoota adda addaa isin taasifne.” Wanti aayata kana irraa barannu ummanni gosaan, sabaafi sablammiidhaan adda ta’uun adeemsa uumamaati malee waan filannoo keenyaan dhufee miti. Kana jechuun namoonni sanyiidhaan, gosaan, sabaafi sablammiidhaan adda ta’uufi akaakuun isaanii baay’achuun waan namni dhuunfaa ykn dhaabni […]