Baaroo Tumsa – A Life of Sacrifice and the Oromo Struggle
Baaroo Tumsa – A Life of Sacrifice and the Oromo Struggle Read More »
Nuure Technology, Oromummaa fi IslaamummaaBaaroo Tumsa – A Life of Sacrifice and the Oromo Struggle
Nuure Technology
Baaroo Tumsa – A Life of Sacrifice and the Oromo Struggle Read More »
Nuure Technology, Oromummaa fi IslaamummaaBaaroo Tumsa – A Life of Sacrifice and the Oromo Struggle
The Story of Hachalu Hundessa: The Voice That Refused to Be Silenced Read More »
Nuure Technology, SEENAA GOOTOTA OROMOOThe Story of Hachalu Hundessa: The Voice That Refused to Be Silenced
6.6-Qubaa’atti Bu’uu Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaNabiyyummaa irraa bara 14ffaa ji’a Rabbi’al-Awwal 8 guyyaa Wiyxata(Fulbaana 23 bara 622 ALA) Ergamaan Rabbii (SAW) Qubaa’a gahan.Urwah ibn Zubayr akkana jedha: Muslimoonni Madiinaa keessa jiranErgamaan Rabbii (SAW) Makkaan keessaa akka bahe ni dhagayan.Ganama hunda gara Harrah bakka jedhamtu deemu. Hanga hoo’i waareeisaan deebisutti isa eegu. Guyyaa tokko yeroo dheeraaf erga isa eeganiibooda gara manaatti
6-GODAANSA NABIYYII (SALLALLAHU ALEYH WASSALLAM) Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaYommuu yakkamtoonni Nabiyyii (SAW) ajjeesuf murtii badaamurteessan, Jibriil beeksisa Gooftaa isaatiin bu’uun shiraQureeshotaa isatti beeksise. Rabbiin godaansa akka isaafhayyamees isatti hime. Waqtii hijraa (godaansaa) akkana jechuunmurteesse: “Firaasha duraan irra bultu irra halkan kana hin bulin.”Adeemsa hijraa hojii irra oolchuuf walakkaa guyyaa keessaNabiyyiin (SAW) gara Abu Bakr deeman. Aa’ishaan (radiyallahuanhaa) akkana jetti: Osoo nuti walakkaa guyyaa
5-DAARU AN-NADWAH (PAARLAMAA QUREESHOTAA) KEESSATTI Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSahaabonni Ergamaa Rabbii (SAW) meeshaa qopheefataniiMakkaan keessaa bahuu isaanii mushrikoonni yommuu argan,cinqii guddaan isaanitti dhagahame. Jeequmsi takkuu isaanitti hindhagahamne isaan raatesse. Balaan guddaan jireenya amantii fidiinagdee isaanii sodaachisu isaan fuundura dhaabbatee jira.Namummaa Nabii Muhammad (SAW) irraa humna guddaadhiibbaa geessu, hoggansaa fi qajeelcha guutuu beekanii jiru.Sahaabota isaa irraayyis ijjannoo, gadi dhaabbannaa fi karaa isaakeessatti wareegamu arganii
4-GODAANSA GARA MADIINAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaErgamaan Rabbii (SAW) Ansaarota waliin wali galtee Aqabaa2ffaa erga raawwatanii booda Muslimoonni Makkaan keessattirakkatan gara Madiina akka bahan ni hayyamaniif. Manaa fi biyyaofii gadi dhiisanii bahun wanta salphaa miti. Jalqabaa fi xumurakaraatti wanta nama qunnamu hin beekkamu. Muslimoonni balaagodaansaa osoo hin sodaatin mana, biyyaa fi maatii isaanii gataniigara Madiinaatti godaanu jalqaban. Qureeshonni godaansa isaaniikana yommuu
3-WALI-GALTEE AQABAH 2FFAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaNabiyyummaa irraa bara 13ffaa waqti Hajjii keessa warra Yasriibkeessaa Musliimoonni 70 ol ta’an hajjii hajjuuf dhufan. Ummataisaanii mushriikoota waliin ta’uun dhufan. Muslimoonni kunniinosoo karaa irra jiranu ykn Madiinaa keessa jiranu akkana jechuunwal gaafatu: “Ergamaan Rabbii (SAW) garreen Makkaa keessattikan darbamuu fi naannefamu ta’ee hanga yoomi dhiifnaa?”Yommuu Makkaan gahan isaanii fi Nabiyyii (SAW) jidduu wal-qunnamtiin dhoksaa
2-WALIGALTEE AQABAH 1FFAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaAkkuma armaan oliitti kaasne, warra Yasrib (Madiinaa) irraanamoonni jaha nabiyyummaa irraa amata 11ffaa waqtii hajjiikeessa Islaamawan. Ergaa Islaamaa akka ummatatti geessaniisErgamaa Rabbiitiif (SAW) waadaa galan.Kanarraa kan ka’e, Nabiyyummaa irraa bara 12ffaa keessa yeroohajjii namoonni kudha lama (12) ni dhufan. Isaan keessa namootajahan bara darbe Ergamaa Rabbiitiin (SAW) wal-qunnamankeessaa shan ni argamu. Torban hafan: Mu’aaz ibn
GOSOOTA ARABAA GARA ISLAAMATTI WAAMU FI GODAANSA GARA MADIINAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa1-Gosootaa fi Namoota Dhuunfaa IslaamattiWaamuAmata 10ffaa nabiyyummaa irraa Zul-Hijjah keessa gosootaArabaatii fi namoota dhuunfaa Islaamatti waamuf Ergamaan Rabbii(SAW) gara Makkaa deebi’an. Waqtiin Hajjii waan dhiyaateefnamoonni gara Makkaa dhufu. Kanaafu, Ergamaan Rabbii (SAW)carraa kanatti fayyadamuun gosoota Arabaa takka takkaan ittidhufuun Islaama isaaniif dhiyeesse. Amata 4ffaa nabiyyummaa1irraa jalqabe akkuma waama ture gara Islaamatti isaan waame.Garuu waggaa kana
Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa Ergamaa Isaatiif wantootagurguddoo guddinna dandeetti Isaa agarsiisan akka ilaaluf carraakenneef. Kunis, qalbiin Nabiyyii (SAW) Rabbiin irratti hirkachuunakka guuttamuu fi humnoota kuffaaratti duuluf akka humna isaafdabaluufi. Adeemsa Israa fi mi’araaj keessatti Rabbiin subhaanahuwa ta’aalaa mallattoolee gurguddoo hijraa fi qabsoo guddaaf karaalaaffisan nabiyyii Isaatti agarsiise. Mallattoolee adeemsa kanakeessatti Ergamaan Rabbii (SAW) argan baay’eedha.
2-BARA GADDAA FI QORMAATAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaTokkoffaa-Bara gaddaaDu’a Abu XaalibDuuti Abu Xaalib, Baniin Haashim bakka hawaasummaa fidiinagdeen itti uggurame (cufame) keessaa erga bahanii booda ture.Kunis Nabiyyiin (SAW) erga ergamani bara kurnaffaa irratti ture.Abu Xaalib Nabiyyi marsee eegaa fi isaaf jedhee dallanaa ture.Qureeshonni isa ni ulfeessu. Yommuu duuti isatti dhufte,warroonni shirkii leellisan isatti dhufuun akka amanti isaa irrattigadi dhaabbatu fi Islaama keessaa
BOQONNAA 7: QORMAATA CICCIMOO KEESSA DARBUU FI KABAJA OL’AANAA IRRA GAHUU Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa1-Nabiyyummaa Bara 7ffaatti Uggurri Dinagdeefi HawaasummaaAkkuma Qureeshonni Muslimoota rakkisuu itti fufaniin, akkasumaMuslimoonnis amanti isaanii irratti cimuu itti fufan. Islaamnisgosoota Arabaa hedduu keessaa babal’achuu itti fufe. Kanarraa kanka’ee Qureeshonnis rakkisuu keessatti daran gara-jabeenyi ficunqursitoota ta’u jalqaban. Nabiyummaa booda jibbiinsi isaanMuslimootaaf qaban fiixe ol’aanaa irra gahuu irraa kan ka’eMuslimoota fi fira Nabiyyii waliin daldalu akka dhaaban nimurteessan.Az-Zuhriyy
2-Godaansa Lammataa Gara Habashaa Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSahaabonni Rasuulaa (SAW) godaansa jalqabaa irraa yommuu garaMakkaa deebi’an, Qureeshonni isaan irratti jabaatte. Qureeshotairraa rakkinni cimaan isaan qunname. Ergasii Ergamaan Rabbii(SAW) si’a lammataatiif gara Habashaa akka godaanaan isaaniifhayyame.Ibn Isihaaqi fi kanneen biroo akka gabaasanitti si’a lammataaf kangodaanee dhiira 82 yookiin 83 (yoo Ammaar ibn Yaasir keessajiraate). Akkasumas, dubartoonni 18 godaananii jiru. Isaan keessaa11 miseensa Qureeshotaa
1.Godaansa Jalqabaa Gara Habashaa Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSababoota gara Habashaa akka godaanan isaan taasiseSahaabota Nabiyyii (SAW) irratti balaan guyyaa guyyaan dabaluufi cimuu itti fufe. Kaafironni Makkaa Islaama irraa duubattideebisuuf sahaabota hidhaan, rukuttaan, beelaan, dheebun, hoo’aMakkaatii fi ibiddaan isaan rakkisuu turan. Garuu yeroo kanattiwanti nama ajaa’ibu sababa ciminna balaatii fi du’a sodaachuunsahaabota keessaa namni Islaama irraa duubatti deebi’e hin jiru.Kuni dhugummaa isaanii agarsiisa.
BOQONNAA 6- GODAANSA GARA HABASHAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaHIIKA HIJRAA (GODAANSAA) FI MINDAA ISAAJireenya keessatti namni bakka tokko irraa bakka biraa qubachuunni jiraata. Adeemsa kanaan “godaansa” jennaan. Jecha biraatingodaansa jechuun bakka tokko irraa deemun bakka biraaqubachuudha. Warri baadiyaa bonaa fi ganna bakka adda addaattihorii fi hoolota isaanitiin godaanu. Takkaa gara baddaa takkaaimmoo gara gammoojji godaanun jireenya ofii gaggeessu. Sababniisaan itti godaananiif beelladoota isaaniitiif