NABII MUHAMMAD (SAW) MAALIIF ARABOOTA IRRAA ERGAMAN?
NABII MUHAMMAD (SAW) MAALIIF ARABOOTA IRRAA ERGAMAN? Read More »
Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaNABII MUHAMMAD (SAW) MAALIIF ARABOOTA IRRAA ERGAMAN?
NABII MUHAMMAD (SAW) MAALIIF ARABOOTA IRRAA ERGAMAN? Read More »
Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaNABII MUHAMMAD (SAW) MAALIIF ARABOOTA IRRAA ERGAMAN?
Sammuu fi daangaa isaa Read More »
Hiika Iimaanaa fi Arkaana Isaa, IslaamummaaSammuu fi daangaa isaa
Kallattii Miidiyaa Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaSagantaan raadiyoo yeroo jalqabaatiif Afaan Oromootiin tamsa’aa ture hiika Qur’aanaa Muhammad Rashaad Abdallaati. Bara warri Amaaraafi warri isaan hordofu Afaan Oromoo Raadiyoo cabsee ba’a jedhan keessa Muslimoonni Harar Moqaadishoo keessatti Raadiyoo Afaan Oromoo tamsaasu bananii tamsaasaa turan. Namni gocha kana irratti gahee guddaa qabu Muhammad Rashaad Abdullee ture. Namni kun guddina Afaan Oromootiif kallattii hundaan
Kallattii Barreeffamaa (Ogbarruu) Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaKallattii Barreeffamaa (Ogbarruu)
Bu’aa Islaamni Oromootaaf Buuse Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaBu’aa Islaamni Oromootaaf Buuse
Kallattii Daa’iifi Beektotaa Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaMamii tokko malee Oromoonni baay’een gorsaafi barumsa Islaamaa beektolee Islaamaa irraa argataniin Islaamatti seenaniiru. Fkn Oromoon shanan Gibee ani keessa jiraadhe hunduu maqaa nama naannoo isaaniitti Islaama baballisee sirriitti beeku. Isaan keessaa Sheykh Abdul Hakiimiifi Abbaan Arabuu Jimma keessatti, Sayyid Nasrullaan immoo Limmuun keessatti baay’ee beekamoodha. Aalimoonni dhibbi lamaa ol dhuma jaarraa kudha saddeettaffaa magaalaa
Kallattii Daldalaatiin Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaKallattii Daldalaatiin
Kallattii Godaansaatiin Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaKallattii Godaansaatiin
Oromoonni Akkamitti Muslima Ta’an? Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaOromoonni Akkamitti Muslima Ta’an?
Kun jaarraa digdammaffaa jahaatamoota keessa ture. Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaTorbaatamoota keessa immoo komminizmii Maarkiswaliin wal danqaran. Garuu akkaataan ikoonoomiijijjiiramuun, rakkinni argamuun, carraa guddaa isaaniifargamsiise. Achumaan maqaa gargaarsaatiinergamtoonni isaanii deebi’an. Gabateen armaan gadiikanaaf ragaa ifaadha.MaqaaergamtootaaLakk.Hordoftootaabara 1981Lakk. Hordoftootaabara 1989Jecha afuuraa 1,000,000 2,000,2000Adventistii 35,295 78,739Baabtistii 40,000 Lakk. isii hinargamuDaa’ima waggaa 12gadii (hordoftootasadan taranii)268,824Makaan iyyesuus 521,824 87,388Kaatooliik 560,000 Lakk. Isii hinargamuHundee Yesuus 22,000 40,000Kan biroo 42,000 Lakk. isii
Dirqamaan Kiristaanessuu Naannoo Arsii Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaDirqamaan Kiristaanessuu Naannoo Arsii
Dirqamaan Kiristaanessuu Naannoo Guumaa Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaDirqamaan Kiristaanessuu Naannoo Guumaa
Dirqamaan Kiristaanessuu Naannoo Harar Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaDirqamaan Kiristaanessuu Naannoo Harar
Lola Dirqamaan Kiristaanessuu Jaarraa 19ffaa Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaLola Dirqamaan Kiristaanessuu Jaarraa
19ffaa
Oromoon Akkamitti Kiristaana Ta’e? Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaOromoon Akkamitti Kiristaana Ta’e?
Oromoonni Akkamitti Muslima Ykn Kiristaana Ta’an? Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaOromoonni Akkamitti Muslima Ykn
Kiristaana Ta’an?
Dhuguma aadaan Oromoo baay’een isaa waan Islaamni deeggaruu Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaAadaaleen boqonnaa taran keessattidubbanneefi kanneen biroo baay’eetu Islaamaan walgalu. Aadaa akkasii Islaamni sirriitti deeggara;jajjabeeffamuus qaba. Garuu wanti seera Rabbii faallessuMuslima irraa hin eegamu. Fkn shamarran dhiiraan walmakatanii sirbuufi kkf maqaa aadaatiin Muslimakeessatti geggeeffamuu hin qabu. Gochi kun badiiguddaa ta’uu bira taree sagaagalatti nama geessa. KunRabbiin dallansiisuu qofa osoo hin taane hawaasichashawaasa diigamaa naamuusa hin qabne
Seerri walii galaa hubatamuu qabu Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi Islaamummaaaadaan amantii wahiiirraa madde maalummaa amantii sanaa waan ibsuuf yoobu’uurri isaa Islaama keessa hin jiraanne amantiiIslaamaa keessatti dhorgamaadha. Aadaan sun kan sabafedhee ta’uu danda’a. Yeroo Ergamaan Rabbii (saw)ergaa Rabbiin biraa fidan Araboonni aadaa baay’ee qabuturan. Isaan keessaa sanama (taabota) gabbaruun aadaaamantii irraa fudhatame isa beekamaadha. Kanaafikanneen biroo waan seera Rabbii faallessan sirriitti duradhaabatanii falman. Fkn
Islaamaafi Aadaa Oromoo Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaAadaa jechuun waan ummanni tokko bara dheeraa hojjachuudhaan ittiin wal bare ykn aadeffate jechuudha. Qabxiin namni hunduu hubachuu qabu sabni kamuu 3aadaalee gaggaarii deeggaramuufi aadaalee hamaasirreeffamuu qabu hammateera. Kana jechuun gochitokko aadaa saba wahii keessa jira jechuun gochi sunwaan gaarii ta’uuf ragaa miti jechuudha. Aadaaleen sabakamiituu hanqina mataa isaa qaba waan ta’eef. Aadaanmiidhaa dhaqqabsiisan aadaa
Islaamaafi Afaan Oromoo Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaIslaamaafi Afaan Oromoo
Hariiroo Islaamaafi Oromoo Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaHariiroo Islaamaafi Oromoo
Akaakuu Namoota Muslima Hin Taanee Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaAkaakuu Namoota Muslima Hin Taanee
Bilisummaafi Wal Qixxummaa Islaamni Labse Read More »
Oromummaa fi Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaBilisummaafi Wal Qixxummaa Islaamni
Labse
Sabaan Of Tuuluu (Dhaaduu) fi DhiphinaIslaamni Dhorge Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaSabaan Of Tuuluu (Dhaaduu) fi Dhiphina
Islaamni Dhorge
Amala Nuti Qabaachuu Qabnu Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaAmala Nuti Qabaachuu Qabnu
Bu’aa Sabaafi Sablammiin Baay’achuu Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaBu’aa Sabaafi Sablammiin Baay’achuu
Uumamaan Sabaafi SablammoonniJiraachuu Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaRabbiin ni jedhe: “Nuti dhiiraafi dubartii irraa isin uumne; akka wal beektaniif jechas sabootaafi sablammoota adda addaa isin taasifne.” Wanti aayata kana irraa barannu ummanni gosaan, sabaafi sablammiidhaan adda ta’uun adeemsa uumamaati malee waan filannoo keenyaan dhufee miti. Kana jechuun namoonni sanyiidhaan, gosaan, sabaafi sablammiidhaan adda ta’uufi akaakuun isaanii baay’achuun waan namni dhuunfaa ykn dhaabni
Sabboonummaa Ilaalcha Islaamaatiin Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaSabboonummaa Ilaalcha Islaamaatiin
Hariiroo Jechoota Kana Sadanii Read More »
Islaamummaa, Oromummaa fi IslaamummaaHariiroo Jechoota Kana Sadanii
Namoonni dabaree naqachuudhaan hojii walii irratti daadoodhaan wal gargaaru. Namoonni daadoo waliin hojjatan dabaree naqatanii guyyaa tokko nama tokkoof hojjatanii guyyaa itti aanutti nama isa kaaniif hojjatu. Haala kanaan miseensota hundaaf hojjatamee wal ga’a. Marsaa lammaffaaf ammas irra deebi’amee jalqabama. Akkuma daboo hojiin hojjatamu dursamee himama. Meeshaan hojichaaf barbaachisu fudhatamee dhaqama. Daadoo keessatti kan nama
JAARRAA 6FFAA KEESSAA HAALA AMANTII ADDUNYAA Read More »
Seenaa IslaamummaaKutaa darbe irraa itti fufuun haala amanti addunyaa jaarraa 6ffaa keessa tureilaalla. Jaarraa kana keessa amantiwwan gurguddoo fi kitaabban durii ilmaannamaa dukkana keessa ni baasan jedhamanii yaaddaman, namoota fafee fimunaafiqotaaf taphaa fi baacoo ta’e jira. Biiftuun Islaama guddoon dhooyun duradhalli namaa marsaa seenaa keessatti marsaa sadarkaa gadi aanaa keessa jiraataaturan. Dhimmoota amantii, diinagdee, siyaasaa, hawaasummaa
Nabiyyin rahmataa (SAW) ergamuun dura haalli Arabaas garmalee kan badeture. Amalli isaanii kan bade, alkooli dhuguu fi qumaarin kan machaa’aniidha.Gogiinsi fi garaa jabaachun hanga ijoollee durbaa awwaalan gahanitti isaangeesse. Shiftaa fi daldaltoota saamun isaan keessa kan babal’ateedha. Sadarkaandubartii kan kufeedha. Akkuma meeshaan ykn hoorin dhaalamu ishiinis nidhaalamti. Nyaata irraayis dubartii irratti dhoowwamuun dhiira qofaaf kanhayyamametu
HAALA UMMATA HINDII, AWROOPPAA FI ARABAA Read More »
Seenaa IslaamummaaUmmata HindiIslaamni dhufuun dura naannawa jaarraa 6ffaa keessa Hindiin wallaalummakeessatti tan tarteedha. Gochoonni fokkuun jirraattota hindiitiin akka qulqulluuttiilaallaman manneen waaqefanna keessatti raawwatama turan. Dubartoonni gatiifi kabaja homaatu akka hin qabnetti ilaallamaa turan. Dubartii abbaan manaairraa du’e gubuun aadaa ta’uun ummata kana keessa babal’ate jira. Dhiirsi ishiierga du’ee booda yoo jiraatte, kan biraatti heerumuun ishii irratti
MOTUMMOOTA GURGUDDOO ADDUNYAA JAARRAA 6FFAA Read More »
Seenaa IslaamummaaJaarraa 6ffaa yommuu jennu Nabii Muhammad (SAW) dhalachuu fi ergamuundura akka lakkofsa Awrooppatti baroota 500 keessa. Yeroo kanattimootummoonni bebbeekamoon gurgudoon addunyaa lama. Isaanis: ImpaayaraRoomaa fi Impaayara Pershiyaa (Iraan). Impaayara jechuun mootummaa lafabal’aa qabatee fi biyyoota baay’ee too’atedha.1.1 Impaayara RoomaaImpaayarri Roomaa impaayara bahaa “impaayara Bezantaayin” jedhamun kanbeekkamuudha. Biyyoota akka Giriik, Balkaan, Eeshiyaa, Sooriyaa, Filisxeem,Ijibt fi Kaaba
Nabii Muhammad (Saw) Ergamuun Dura Jaarraa 6ffaa Keessa Haala Addunyaa Read More »
Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaAddunyaan wantoota wal faalleessan lamaan tan guuttamteedha. Ifa fi dukkanni,adii fi gurraachi, mu’minaa fi kaafirri, fi kkf wantoota wal faallessaniidha. Seenaadhala namaa keessatti nabiyyoonni ifa beekumsaa namootaaf ibsuun dukkananamarraa oofu. Yeroma Nabiyyoonni kunniin du’anii fi hordoftoonni isaanii ittigaafatamummaa isaanii bahuu dhiisan, dukkanni wallaalummaa fi zulmiiaddunyaa haguuga. Seenaa keessatti, nabiyyoonni dukkana kana oofan yeroo addaaddaa ni
Qarooma saayinsiifi waamicha amantii Read More »
Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaQaroomni saayinsii inni Awrooppaan jaarraa boodaakana argamsiifte amantii kiristaanaatiif rakkoo ta’e.Akkuma beekamu saayintistootaafi bataskaana jidduufalmii dheeraatu ture. Kallattii gamaa gamanaa wal loluta’an; jaallatee jibbee inni tokko milkaa’uun kufaatii isakaanii ta’e. Adeemsi saayinsii kan waan qabatamaa,muxannoofi waan qaama miiraatiin hubatamuu warraammayyaa biratti meeshaa ittiin mirkaneeffatan taate.Kallattiin biraa kan akka taayitaa amantii yookiintaayitaa amantiifi kallattii biraa wal
Hiika barumsaa1fi amantii kan ballinaan beekamu Read More »
IslaamummaaJechi “barumsa” jedhu jecha ballinaan jidduu namootaatti beekamuufi jaallatamuudha. Sammuu dhalootaa keessatti waan adda addaa milkeessuu fi hubannoo adda addaatiin hariiroo qaba. Warri xinxallaafi barreessitoonni baay’een xinxalaa fi barreeffama isaanii maqaa ‘isiin qorannoo saayinsiti (barumsaati)’ jedhuun faayuutti ariifatan. Hiika kana keessaa kan baay’ee beekamu, dhaloota ammayyaa, dhaloota keenyas dabalatee kan akkaan itti dhihaatu isa dirree
Seenaa Nabii Muhammad Read More »
Seenaa IslaamummaaSiirah (Seenaa Nabii Muhammad (Saw))-Seensa Dhugumatti Faaruun hundi kan Rabbiiti. Isa ni faarsina, ni gargaarsifanna, araarama Isa kadhanna. Sharriwwan nafsee teenyaa fi hamtuwwan hojiiwwan keenyaa irraa Rabbiin eeggamna. Nama Rabbiin qajeelche kan isa jallisu hin jiru. Nama Rabbiin jallinna keessatti dhiise kan isa qajeelchu hin jiru. Rabbii Tokkicha shariika hin qabne malee dhugaan gabbaramaan akka
6.6-Qubaa’atti Bu’uu Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaNabiyyummaa irraa bara 14ffaa ji’a Rabbi’al-Awwal 8 guyyaa Wiyxata(Fulbaana 23 bara 622 ALA) Ergamaan Rabbii (SAW) Qubaa’a gahan.Urwah ibn Zubayr akkana jedha: Muslimoonni Madiinaa keessa jiranErgamaan Rabbii (SAW) Makkaan keessaa akka bahe ni dhagayan.Ganama hunda gara Harrah bakka jedhamtu deemu. Hanga hoo’i waareeisaan deebisutti isa eegu. Guyyaa tokko yeroo dheeraaf erga isa eeganiibooda gara manaatti
Karaa Gara Madiinaa Keessatti Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaYommuu ibiddi soquu (barbaabacha) qabbanaa’u fi qorannoon dhaabbatu, guyyaa sadii goda keessa erga turanii booda Ergamaan Rabbii (SAW) fi Abu Bakr Madiinaatti godaanuuf karaa seenan. Akka karaa isaaniitti agarsiisuuf Abdullah ibn Urayqix ni qaxaran. Namni kuni yeroo sanitti mushrika ture. Abu Bakr isa amanuun gaalota lamaan ittiin deeman isatti kenne. Akkaataa karooraatiin Abdullah ibn Urayqix
6-GODAANSA NABIYYII (SALLALLAHU ALEYH WASSALLAM) Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaYommuu yakkamtoonni Nabiyyii (SAW) ajjeesuf murtii badaamurteessan, Jibriil beeksisa Gooftaa isaatiin bu’uun shiraQureeshotaa isatti beeksise. Rabbiin godaansa akka isaafhayyamees isatti hime. Waqtii hijraa (godaansaa) akkana jechuunmurteesse: “Firaasha duraan irra bultu irra halkan kana hin bulin.”Adeemsa hijraa hojii irra oolchuuf walakkaa guyyaa keessaNabiyyiin (SAW) gara Abu Bakr deeman. Aa’ishaan (radiyallahuanhaa) akkana jetti: Osoo nuti walakkaa guyyaa
5-DAARU AN-NADWAH (PAARLAMAA QUREESHOTAA) KEESSATTI Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSahaabonni Ergamaa Rabbii (SAW) meeshaa qopheefataniiMakkaan keessaa bahuu isaanii mushrikoonni yommuu argan,cinqii guddaan isaanitti dhagahame. Jeequmsi takkuu isaanitti hindhagahamne isaan raatesse. Balaan guddaan jireenya amantii fidiinagdee isaanii sodaachisu isaan fuundura dhaabbatee jira.Namummaa Nabii Muhammad (SAW) irraa humna guddaadhiibbaa geessu, hoggansaa fi qajeelcha guutuu beekanii jiru.Sahaabota isaa irraayyis ijjannoo, gadi dhaabbannaa fi karaa isaakeessatti wareegamu arganii
4-GODAANSA GARA MADIINAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaErgamaan Rabbii (SAW) Ansaarota waliin wali galtee Aqabaa2ffaa erga raawwatanii booda Muslimoonni Makkaan keessattirakkatan gara Madiina akka bahan ni hayyamaniif. Manaa fi biyyaofii gadi dhiisanii bahun wanta salphaa miti. Jalqabaa fi xumurakaraatti wanta nama qunnamu hin beekkamu. Muslimoonni balaagodaansaa osoo hin sodaatin mana, biyyaa fi maatii isaanii gataniigara Madiinaatti godaanu jalqaban. Qureeshonni godaansa isaaniikana yommuu
3-WALI-GALTEE AQABAH 2FFAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaNabiyyummaa irraa bara 13ffaa waqti Hajjii keessa warra Yasriibkeessaa Musliimoonni 70 ol ta’an hajjii hajjuuf dhufan. Ummataisaanii mushriikoota waliin ta’uun dhufan. Muslimoonni kunniinosoo karaa irra jiranu ykn Madiinaa keessa jiranu akkana jechuunwal gaafatu: “Ergamaan Rabbii (SAW) garreen Makkaa keessattikan darbamuu fi naannefamu ta’ee hanga yoomi dhiifnaa?”Yommuu Makkaan gahan isaanii fi Nabiyyii (SAW) jidduu wal-qunnamtiin dhoksaa
2-WALIGALTEE AQABAH 1FFAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaAkkuma armaan oliitti kaasne, warra Yasrib (Madiinaa) irraanamoonni jaha nabiyyummaa irraa amata 11ffaa waqtii hajjiikeessa Islaamawan. Ergaa Islaamaa akka ummatatti geessaniisErgamaa Rabbiitiif (SAW) waadaa galan.Kanarraa kan ka’e, Nabiyyummaa irraa bara 12ffaa keessa yeroohajjii namoonni kudha lama (12) ni dhufan. Isaan keessa namootajahan bara darbe Ergamaa Rabbiitiin (SAW) wal-qunnamankeessaa shan ni argamu. Torban hafan: Mu’aaz ibn
GOSOOTA ARABAA GARA ISLAAMATTI WAAMU FI GODAANSA GARA MADIINAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa1-Gosootaa fi Namoota Dhuunfaa IslaamattiWaamuAmata 10ffaa nabiyyummaa irraa Zul-Hijjah keessa gosootaArabaatii fi namoota dhuunfaa Islaamatti waamuf Ergamaan Rabbii(SAW) gara Makkaa deebi’an. Waqtiin Hajjii waan dhiyaateefnamoonni gara Makkaa dhufu. Kanaafu, Ergamaan Rabbii (SAW)carraa kanatti fayyadamuun gosoota Arabaa takka takkaan ittidhufuun Islaama isaaniif dhiyeesse. Amata 4ffaa nabiyyummaa1irraa jalqabe akkuma waama ture gara Islaamatti isaan waame.Garuu waggaa kana
Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa Ergamaa Isaatiif wantootagurguddoo guddinna dandeetti Isaa agarsiisan akka ilaaluf carraakenneef. Kunis, qalbiin Nabiyyii (SAW) Rabbiin irratti hirkachuunakka guuttamuu fi humnoota kuffaaratti duuluf akka humna isaafdabaluufi. Adeemsa Israa fi mi’araaj keessatti Rabbiin subhaanahuwa ta’aalaa mallattoolee gurguddoo hijraa fi qabsoo guddaaf karaalaaffisan nabiyyii Isaatti agarsiise. Mallattoolee adeemsa kanakeessatti Ergamaan Rabbii (SAW) argan baay’eedha.
2-BARA GADDAA FI QORMAATAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaTokkoffaa-Bara gaddaaDu’a Abu XaalibDuuti Abu Xaalib, Baniin Haashim bakka hawaasummaa fidiinagdeen itti uggurame (cufame) keessaa erga bahanii booda ture.Kunis Nabiyyiin (SAW) erga ergamani bara kurnaffaa irratti ture.Abu Xaalib Nabiyyi marsee eegaa fi isaaf jedhee dallanaa ture.Qureeshonni isa ni ulfeessu. Yommuu duuti isatti dhufte,warroonni shirkii leellisan isatti dhufuun akka amanti isaa irrattigadi dhaabbatu fi Islaama keessaa
BOQONNAA 7: QORMAATA CICCIMOO KEESSA DARBUU FI KABAJA OL’AANAA IRRA GAHUU Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa1-Nabiyyummaa Bara 7ffaatti Uggurri Dinagdeefi HawaasummaaAkkuma Qureeshonni Muslimoota rakkisuu itti fufaniin, akkasumaMuslimoonnis amanti isaanii irratti cimuu itti fufan. Islaamnisgosoota Arabaa hedduu keessaa babal’achuu itti fufe. Kanarraa kanka’ee Qureeshonnis rakkisuu keessatti daran gara-jabeenyi ficunqursitoota ta’u jalqaban. Nabiyummaa booda jibbiinsi isaanMuslimootaaf qaban fiixe ol’aanaa irra gahuu irraa kan ka’eMuslimoota fi fira Nabiyyii waliin daldalu akka dhaaban nimurteessan.Az-Zuhriyy
2-Godaansa Lammataa Gara Habashaa Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSahaabonni Rasuulaa (SAW) godaansa jalqabaa irraa yommuu garaMakkaa deebi’an, Qureeshonni isaan irratti jabaatte. Qureeshotairraa rakkinni cimaan isaan qunname. Ergasii Ergamaan Rabbii(SAW) si’a lammataatiif gara Habashaa akka godaanaan isaaniifhayyame.Ibn Isihaaqi fi kanneen biroo akka gabaasanitti si’a lammataaf kangodaanee dhiira 82 yookiin 83 (yoo Ammaar ibn Yaasir keessajiraate). Akkasumas, dubartoonni 18 godaananii jiru. Isaan keessaa11 miseensa Qureeshotaa
1.Godaansa Jalqabaa Gara Habashaa Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSababoota gara Habashaa akka godaanan isaan taasiseSahaabota Nabiyyii (SAW) irratti balaan guyyaa guyyaan dabaluufi cimuu itti fufe. Kaafironni Makkaa Islaama irraa duubattideebisuuf sahaabota hidhaan, rukuttaan, beelaan, dheebun, hoo’aMakkaatii fi ibiddaan isaan rakkisuu turan. Garuu yeroo kanattiwanti nama ajaa’ibu sababa ciminna balaatii fi du’a sodaachuunsahaabota keessaa namni Islaama irraa duubatti deebi’e hin jiru.Kuni dhugummaa isaanii agarsiisa.
BOQONNAA 6- GODAANSA GARA HABASHAA Read More »
Islaamummaa, Nuure Technology, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaHIIKA HIJRAA (GODAANSAA) FI MINDAA ISAAJireenya keessatti namni bakka tokko irraa bakka biraa qubachuunni jiraata. Adeemsa kanaan “godaansa” jennaan. Jecha biraatingodaansa jechuun bakka tokko irraa deemun bakka biraaqubachuudha. Warri baadiyaa bonaa fi ganna bakka adda addaattihorii fi hoolota isaanitiin godaanu. Takkaa gara baddaa takkaaimmoo gara gammoojji godaanun jireenya ofii gaggeessu. Sababniisaan itti godaananiif beelladoota isaaniitiif
8-Isiniif Amanti Keessantu Jira, Anaafis Amanti Kiyyatu Jira Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaYommuu mushrikoonni ciminnaa fi jabeenya Muslimoonni amantiisaanii irratti qaban argan, amanti isaanii irraa duubatti deebisuunakka hin danda’amne abdii kutuu jalqaban. Garuu karaagowwummaa fi hanqinna yaada isaanii agarsiisu hordofuujalqaban. Gara Nabiyyii (SAW)namoota akka Aswad ibn AbdulMuxxalib, Waliid ibn Mughiirah, Umayyah ibn Khalaf, Al-Aas ibnWaa’il erguun akkana jedhan, “Yaa Muhammad! Koottu waan atigabbartu nutis haa gabbarru. Atis
Wali-galtee Dhiyeessuu Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaWali-galtee DhiyeessuuGaafa tokko mushrikoonni walitti qabamuun akkana waliin jedhan:isin keessaa nama hundarra sihrii, raagaa fi walaloo beeku ilaalaa.Ergasii namticha jama’aa keenya addaan facaase, dhimma keenyawaliin dhayee, amantii keenya hanqise kanatti dhufee haadubbisuu. Wanta isatti deebisuu haa ilaaluu. İsaaniis ni jedhan,Utbah ibn Rabi’ah malee namni biraa beeknu hin jiru. Isaanis ni 216jedhan, “Ati Yaa abbaa Waliid
Kutaa darbe keessatti rakkoo fi dararaa Nabiyyii (SAW) fisahaabota isaanii irra gahee ilaalle turre. Gara waggaa kudhaniiMakka keessatti haa rakkifamanii malee Muslimoonni Qureeshotairratti waraana hin banne. Gaafa tokko Abdurahmaan ibn Awf fihiriyoonni isaa gara Nabiyyii (SAW) dhufuun akkana jedhan, “YaaNabiyyii Rabbii! Nuti mushrikoota taanee osoo jirruu jabeenyaqabna turre. Erga amannee booda immoo xiqqaatota taane.” Isaankan
9-Usmaan ibn Maz’uun (Radiyallahu anhu) Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaUsmaan ibn Maz’uun yommuu Islaamawu gosti isaa Banuu Jumhisatti diina taate. Isa ni rakkisan. Isaan keessaa namni hundarra isarakkisaa fi azzabaa ture Umayyah ibn Khalaf. Rakkoo kana jalaadheessuun Usmaan gara Habashaa godaane. Yeroo muraasaafHabashaa keessa erga turee booda Muslimoota gara Makkaadeebi’an waliin ni deebi’e. Garuu eeggumsa Waliid ibnMughiraatiin malee Makka keessa seenuu hin dandeenye. Yeroosanitti
7-Abdullah ibn Mas’uud (radiyallahu anhu) Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaAbdullah ibn Mas’uud (radiyallahu anhu)Akkaataan Ergamaan Rabbii (SAW) namoota waliin jiraatanogummaa fi gamnummaan kan guuttame ture. Namoota gurguddoofi hoggantoota gosaa gaarummaa fi gara laafinaan kankeessummeessan turan. Haaluma kanaani, ijoollee xixxiqoos. KuniAbdullah İbn Mas’uud yommuu yeroo jalqabaatif ErgamaaRabbiitiin (SAW) wal qunnamu gaarummaa isa irraa arge akkanajechuun dubbata: Ani yeroo ijoollee turetti Aqbah ibn AbiMu’ayxiif hoolota tiiksaa
5-Mus’ab ibn Umeyri (Radiyallahu anhuu) Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaMakka keessatti Mus’ab ibn Umeyrii ijoollee hundarra qanani’aa fiof faayu ture. Abbaa fi haati baay’ee isa jaallachuu turan. Haati isaaMali’at dubartii qabeenya baay’ee qabdu turte. Uffata hundarragaarii fi laafaa ta’e isa uwwisti. Mus’ab warra Makkaa keessaahundarra shittoo urgaa’aa dibata. Kophee hundarra gaarii taategodhata. Haati isaa garmalee isa jaallachuu irraa kan ka’e, yommuuhirriibaa ka’u akka nyaatuuf
☛Qormaanni sababa amantiitiin nama tuqu nama alaa qofaan osoo hin ta’in maatii irraas nama tuqa. Qormaanni sababa amantiitiin haadhaaabbaa irraa yoo nama tuqe, qajeelfamoota madaallamoo Qur’aanakeessatti dhufan kanniin hordofuun wanta nama baasuudha:1-Dhimmoota addunyaan wal qabatan keessatti isaaniif tola ooluu.Kanneen akka dubbii gaarii isaanitti dubbachuu, hojii gaarii isaaniifhojjachuu, isaan arrabsuu fi miidhu irraa of qusachuu. Isaaniif
4-Sa’d ibn Abi Waqqaas (radiyallahu anhu) Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa4-Sa’d ibn Abi Waqqaas (radiyallahu anhu)Sa’d immoo haadha isaa kaafira taateen qorame. Hanga amantiiisiitti deebi’utti nyaataa fi dhugaatii ni didde. Ibn Kasiir akkanajedhe, “Xabaraanin kitaaba “Al-Ashrata” jedhu keessatti ni jedha:Sa’d aayan tuni isa ilaalchistee akka buute ni dubbata: “Yoo isaan lamaan waan beekumsa itti hin qabne akka Nattiqindeessituuf sitti qabsaa’an, isaaniif tole hin jedhin. Addunyaakeessatti
3-Rakkoo Ammaar ibn Yaasir, Abbaa isaatii fi haadha isaa irra gahee Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaAbbaan Ammaar, Yaasir hundeen isaa Makka keessa osoo hin ta’ingosa Yaman irraa Banu Anas jedhamtu keessaayyi. Yaasirii fiobboleeyyan isaa lamaan Haarisi fi Maalik obboleessa isaaniibarbaaduuf gara Makkaa dhufan. Haarisii fi Maalik gara Yaman nideebi’an, Yaasir immoo Makka keessa jiraataa ta’uun ture. InnisAbu Huzeeyfah ibn Al-Mughiirah gosa Makhzuum irraa ta’e waliinni gamtoome. Abu Huzeyfaanis gabrittii isaa
6-Azaa fi Rakkisuu Sahaabota Nabiyyii (SAW) Qunname Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa1-Rakkoo Abu Bakri Siddiiq (Radiyallahu anhu) muudateDhuguma, Muslimoota keessaa namoonni dararaa fi azaaQureeshotaatiif baay’ee saaxilamu sahaabota dadhaboo fi gabrootaturaniidha. Garuu Muslimoonni sadarka qabanii fi beekkamoo 187ta’anis dararaa kana jalaa hin baraaramne. Dhugumatti Abu Bakrharka Qureeshotaa keessatti dararamee jira. Mataa isaa irrattibiyyeen ni naqame. Siliparin Masjiid Harama(masjidal haraam)keessatti ni rukutame. Du’aa fi jiruu jidduu ta’ee uffata
5-Azaa (Rakkoo) Nabiyyii (SAW) fi Sahaabota Irra Gahee Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaNabiyyiin (SAW) ummata isaa keessatti rakkoo hangana hinjedhamne qunnamanii jiru. Erga da’waa ifatti baase irraa jalqabeegowwoota Qureeshotaa irraa azaan baay’een irra gahee jira. Iddooisaan walitti qabaman biraan yoo darbe, isatti qoosu. Qishnaafakkana jedhunii turan: Kuni ilma Abu Kabsha samii irraa isattidubbatamuudha.” Isaan keessaa namni tokko Nabiyyii (SAW)biraan darbuun qishnaaf akkana jedha: Har’a samii irraa sitti
4-Da’watti Duuluuf Tooftaalee Mushrikoonni Fayyadaman Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaMushrikoonni osoo wanta biraa irratti tokkichoomuu baataniyyuuergaa Islaamummaa ukkamsuu irratti tokko ta’anii jiru. ErgaanIslaamaa kuni wallaalummaa isaanii qullaa taasise, hanqinawantoota isaan gabbaranii ifa baase, yaada dogongoraa fidoofummaa isaanii ifatti labse. Ergaan Islaamaa akka hinbabal’anneef yaali baay’ee godhan. Yaaliwwan kanniin keessaamee muraasa isaanii haala armaan gadiitiin haa ilaalluu:1-Qureeshonni Abu Xaalibiin Nabiyyii (SAW) gargaaruu fieeguu irraa fageessuuf
Affeerraa fi deebii kana meekeeyyattoota armaan gadi keessatti haa ilaalluu: Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaRabbiin subhaanahu wata’aalaa akkana jedha “Inumaayyuu isatu [Qur’aana] of biraa uume” jedhuu? “Yookan dhugaa dubbattan taatan, fakkaataa isaa suurah kudhankanneen [isin biraa] uumaman fidaa” jedhiin. Rabbii gadittinama dandeessan [gargaarsaaf] waammadhaa.” Yoo isiniifdeebii hin kenniin, [Qur’aanni] beekumsa Rabbiitiin akkabuufamee fi Isa malee haqaan gabbaramaan akka hin jirrebeekaa. Kanaafuu Muslimoota ni taatuu?” Suuratu Huud 11:13 173“Inumaayyuu isatu
Mormii 4ffaa-Qur’aana Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaAkkuma Nabiyyiin (SAW) Ergamaa Rabbii ta’uu dhugoomsuudidan, Qur’aanni Rabbi irraa bu’uu dhugoomsuu didan. Gosawalaloo keessaa tokko akka ta’etti ilaalan. Namni Qur’aanaa fiwalaloo Arabaa wal bira qabe garaagarummaa isaan jidduu jirusirritti arga. Qur’aanni akkamitti walaloo ta’a, walaleessitootanamoota jallisanii fi faallaa haqaa dubbatan balaaleeffatee (qeeqee)osoo jiruu? Qur’aana keessatti: 165Mormii 4ffaa-Qur’aanaAkkuma Nabiyyiin (SAW) Ergamaa Rabbii ta’uu dhugoomsuudidan, Qur’aanni
Mormii 3ffaa- Nabiyummaa Ergamaa Rabbii (SAW) faalleessuu Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaMushrikoonni namummaa Nabiyyii irratti mormii cimaa agarsiisan.Ergamaan Rabbii akka isaanii nama osoo hin ta’in malaaykaa ta’uuqaba ykn malaykaan isa waliin kan deemu ta’uu qaba jedhaniiyaadu. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa akkana jedha:“Namoonni yommuu qajeelchi isaanitti dhufu, “Sila Rabbiinilma namaa Ergamaa godhee ergaa?” jechuu malee homtuuamanuu irraa isaan hin dhoorgine.” Suuratu Al-Israa 17:94Kana jechuun namoota baay’ee qajeelchi
Mormii 2ffaa-Aakhiratti Kafaruu isaanii Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaNabiyyiin (SAW) yommuu gara Guyyaa Aakhiraatti amanuuttiisaan waamu, Mushrikoonni qoosuu fi kijibsiisuun itti deebisan.Hojii isaanii kana Qur’aana keessatti akkana jechuun kaasa: “Warroonni kafaran ni jedhan, “gara namticha ‘[Duutanii]ciccirama guutuu erga cicciramtanii booda dhugumatti isinuumama haarawa keessatti ni taatu’ jedhee isinitti odeessuttiisin qajeelchinuu? Sila Rabbi irratti kijiba uuma moomaraatuutu isatti jiraa?” [Dubbiin] akkasii miti, warroonniAakhiratti hin
3-Wantoota Barbaachisoo Mushrikoonni Fudhachuu Didanii Fi Faalleessan Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaWarroonni shirkii leellisan wantoonni gurguddaan isaanfaalleessan: Tokkichummaa Rabbii, Guyyaa Aakhiraatti amanuu,Ergama Nabiyyii (SAW) fi Qur’aana Rabbal aalaminaa irraa isa 151irratti bu’eedha. Sababni kanniin asitti kaafnuuf, namni birooyaadaa fi amantii akka mushrikootaa qabachuun dogongora walfakkaatutti akka hin kufnee fi akkuma isaanii adabbiif akka of hinsaaxilleefi..1ffaa-Tokkichummaa Rabbii faallessuu fi mormuuWarroonni kafaran Makkaa Rabbiin isaanii fi wantoota biroo
Nabiyyiin (SAW) hordoftoota isaanii erga leenjisanii fi amantiisirrii, ibaadaa fi amala gaarii barsiisanii booda yeroon ergaaIslaamummaa ifaan ifatti itti labsan ni dhufe. Kunis jechi Rabbiiolta’aa bu’uuni:“Firoota kee dhiyoo akeekkachiisi. ’mintoota irraa nama sihordofe kooluu kee gadi qabiif.” Suuratu Ash-Shu’uraa 26:214-215Asitti “koolu kee gadi qabiif.” Jechuun mu’umintootaaf rahmatagochuu, isaaniif garaa laafuu, isaaniif tola ooluu, dubbii gaariiisaanitti
4-Qur’aana Keessatti Ibsa Jahannamii Fi Dhiibbaa (Bu’aa) Inni Sahaabota Irratti Fide Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSahaabonni Rabbii olta’aa kan sodaatanii fi kajeelan turan.Barsiisni Nabiyyii (SAW) nafsee isaanii keessatti bu’aa guddaa kanqabu ture. Tooftaan Qur’aanaa Rasuulli (SAW) hordofaa turenafsee isaanii keessatti dhiibbaa guddaa uumee jira. Sababni isaas,Qur’aanni haalota Guyyaa Qiyaamaa kanneen akka dachiinqabamuu fi ishii waliin dhahuun butuchuu, samii dachaasuu,gaarreen bibbittinneessuu, galaanota walitti makamanii fi ibiddi ittiqabsiifamuu, aduun maramuu, jiini ifa
1-Seera Rabbii Hubachuu fi Itti Buluu Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaWanti addunyaa keessatti adeemsifamu wanta tasa adeemsifamuosoo hin ta’in seera isaaf kaa’ame kan hordofuudha. Rabbiinsubhaanahu wa ta’aalaa samii fi dachii erga uume irraa kaaseeseerota baay’ee hin jijjiramne kaa’ee jira. Milkaa’innii fi kufaatiinummataa fi namoota dhuunfaa seerota kana irratti hundaa’a. Namniseerota kana hubatee hordofe, ni milkaa’a. Kan dhiise immoo nikufa. Seeronni kunniin Qur’aanaa fi Sunnah Nabiyyii
4-Amaloota Sahaabota Jalqabaa Nabiyyii (Saw) Read More »
Seenaa IslaamummaaMarsaan jalqabaa da’awaa dhoksuu fi carraaqqii namoota dhuunfaairratti kan hundaa’e ture. Makkaan keessatti guddinni hawaasaMusliimaa suuta, of eeggannoo fi tarkaanfii sadarka sadarkaatiinkan itti fufu ture. Mallattoon marsaa kanaa qajeelfama Rabbiiolta’aatiin kan qajeelfamu yoo ta’u, akkana jechuun ibsa:﴿ََلََۖۥ وُهَهۡجَوَونُيدِرُيِِِشمَعۡٱلَةِوَٰوَدَغِۡٱلم بُهذبَرَونُعۡدَيِينَذٱَّلَعَمكَسَۡفَنِبۡٱصَۡوِزُيدِرُتۡمُهۡنَعَاكَنۡيَعُدۡعَت اَنِرۡن ذِكَۥ عُهَبۡلَا قَنۡلَفۡغَأۡنَمِۡطعُتََلَوَۖاَيۡنُّةِ ٱِلَٰوَيَۡٱۡلَةَيناٗطُرُۥ فُهُرۡمَأَنَٗكَوُهَٰىَوَهَعَبذٱتَو ٢٨﴾“Fuula Isaa barbaaduun warroota ganamaa fi galgala Gooftaaisaanii kadhatan waliin
3-Mana Al-Arqam Ibn Abi Al-Arqam (Daarul Arqam) Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaKitaabban siiraa akka himanitti, erga Sa’ad bin Abi Waqqaasmushrika tokkoon walitti bu’een booda manni Al-Arqam akkaiddoo wal gahii iccitii Muslimotaatti filatame. Ibn Is’haaq akkanajedhe: Sahaabonni Nabiyyii (SAW) salaatuu yommuu barbaadanummata isaanii irraa dhokachuun gara karaa gaarren Makkaattidhiyaatan deemun achitti salaatuu turan. Karaa gaarreen Makkaakeessaa karaa tokko keessatti Sa’ad bin Abi Waqqaas guyyaa tokkogaree sahaabota Nabiyyii
2-Nageenya Mirkaneessu Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaMarsaa kana keessatti nageenya hawaasa Muslimaa xiqqaamirkaneessuuf dhoksuu fi iccitiin jiraachu qaba. Inumaa yoo isaanhin amanin namoota hundarra namatti dhiyoo ta’an irraahuu ofdhoksuun baay’ee barbaachisaadha. Yeroo kanatti ajajni Nabiyyiiamantii ofii dhoksuu dirqama akka ta’e ifaadha. Nabiyyiin (SAW)Muslimoota garii walitti qabuun garee ijaaraa ture. Gareen kunisdabeessummaa fi sodaaf osoo hin ta’in qophaa’inaa fi leenjiif ofdhoksuu turan.
Kunniin namoota garee sadaffaa keessatti Islaamawaniidha:Umeyri ibn Abi Waqqaas (obboleessa Sa’ad ibn Abi Waqqaas),Abdullah ibn Mas’uud, Mas’uud ibn Al-Qaariyy, Saliix ibn Amri fiobboleessa isaa Haaxib ibn Amr, Ayyaash ibn Abi Rabii’ataa fijaartii isaa Asmaa’aa bint Salaamata, Khuneys ibn HuzaafataSahmiyy, Aamir ibn Rabii’ah (gosa Al-Khaxxaab waliin kangamtoomedha), Abdullah ibn Jahshii fi obboleessa isaa AbuAhmad, Ja’afar ibn
5-Islaamawuu Abu Bakr As-Siddiiq Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaAbu Bakr Siddiiq dhiiroota gurguddoo fi sadarkaa qaban bilisaakeessaa nama jalqaba Nabiyyitti (SAW) amaneedha. Ergamuundura nama Nabiyyitti garmalee dhiyoo ta’eedha. Isa ilaalchiseeNabiyyiin (SAW) akkana jedhan: Abu Bakr malee namni ani garaIslaamummaatti waame hundi isa bira gufuu, duubatti jechuu fisirritti ilaaluutu ture. Yommuu ani gara Islaamummaatti isa (AbuBakri) waamu osoo homaa hin shakkinii fi hin turin
1. Jalqabamu Da’awaa Iccitii Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSuuratu Muddassir erga buute booda nabiyyiin (SAW) gara Rabbiifi Islaamummaatti namoota dhoksaan waamuuf ni ka’e. Maatii isaa,hiriyyootaa fi namoota isatti dhiyoo ta’an irraa jalqabe.1-Khadiijaan (radiyallahu anhaa) IslaamawuuDubartoota irraa namni jalqaba amane, inumaa namoota hundaadursee jalqaba nabiyyitti kan amane Khadiijaadha. Afaan Nabiyyiikabajamaatii wahyii dhagahuun nama jalqabaa turte. Akkasumas,Qur’aana qara’uu fi salaata Rasuula (SAW) irraa barachuun namnijalqabaa
MARSAALEE DA’AWAA NABIYYII (SAW) Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaMarsaaleen Da’awaa Nabiyyii (SAW) bakka gurguddoo lamattiqoodamu: Marsaa Makkaa fi Marsaa Madiinaati. Makka keessattida’awaan godhan waggaa 13 itti fudhate. Kan Madiinaa immoowaggoota hafan kurnan itti fudhate. Ammas, Marsaan Makkaabakka sadiitti qoodamuun ni danda’ama:1- Marsaa da’awaa iccitii: waggaa sadii2- Marsaa ifaan ifatti da’awaa makka keessatti labsuu:nabiyummaa irraa bara afraffaa irraa eegalee hanga barakurnaffaa3- Marsaa Makkaan alatti
2.3 Qur’aanni Bu’uu (Jibriil Goda Hiraa Keessatti Itti Dhufu) Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaabu’e. Wahyiin abjuun irratti bu’aa ture wanta Qur’aanan alata’eedha.Abjuun gaariin jireenya addunyaa tana keessatti gammachiisanamni arguudha. Abjuu gaarii arguun wanta jireenya keessattinama gammachiisuudha. Kanaafi, Nabiyyiin (SAW) akkanajedhan: “Yaa namoota! Gammachiisa nabiyummaa irraahomtuu hin hafne, abjuu gaarii Muslimni argu yookiin isaafnamni biraa argu yoo ta’e malee.” Sunan Ibn Maajah 38992.3 Qur’aanni Bu’uu (Jibriil Goda Hiraa Keessatti
Marsaa Nabiyyummaa (Addunyaaf Ifaan Ifuu) Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa1-Mallattoolee Nabiyummaa Nabiyyiin (Saw) ArganNabiyyiin (SAW) ergamuu yommuu hedanitti(deemanitti)mallattooleen baay’een isaaniif mul’atanii jiru. Isaan keessaa:Malaykaan Jibriil goda Hiraa keessatti itti dhufuun dura, Nabiyyiin(SAW) abjuu dhugaa arguu turan. Wanti inni abjuu keessatti argehundi jireenya dhugaa (real life) keessatti akkuma argetti niuumama. Akkasumas, keessa isaatti jijjiramni dhufuu jalqabe.Kophaa ta’uu fi ibaadan isa biratti garmalee jaallatamaa ta’e. GodaHiraa
5-Nabiyyiin Ergamuun Dura Haala Namoonni Irra Gahan Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa99wanti beekan isaanitti dhufu, isatti ni kafaran.” Kana jechuunyommuu nabi Muhammad (SAW) amala isaatiin isa beekanisaanitti dhufu, isatti ni kafaran. Sababni akka itti kafaran isaantaasise waanyoo(hinaaffii) fi daangaa darbuudha. Akkuma aayahitti aanu keessatti dubbatu.5-Nabiyyiin Ergamuun Dura Haala Namoonni IrraGahanGabaabumatti, wantoonni fokkuu fi badiin garmalee kan babal’ateture. Yommuu badiin hawaasa keessa babal’achu jalqabu,namoonni dhuunfaa furmaataa fiduuf
2-Hayyoonni Warra Kitaabaa Nabiyyummaa isaatiin gammachiisu Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSalmaan Al-Faarisi (radiyallahu anhu) seenaa Islaamawuu isaayommuu himu hayyoonni warra kitaabaa (kiristaanaa fi yahuudaa)waa’ee Nabiyyii ergamuuf deemuu isatti himanii turan. MolokseenAmuuriyyah yommuu duuti isatti dhiyaattu Salmaaniin akkanajedhe: Dhugumatti, yeroon nabiyyiin amantii Ibraahimiin ittiergamu dhiyaatee jira. Dachii Arabaa keessaa baha. Gara lafaHarrateyni1jidduutti argamtutti godaana, kana jechuun Madiinaa.Isaan lamaan jidduu muka teemiraatu jira. (kana jechuun Lafa lamaHarateeyn
3-Nabiyyummaa Muhammad (SAW) Fudhachuuf Qophii Namootaa Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaOgummaa (hikmaa) Rabbii irraa namoonni karaa adda addaatiinnabiyummaa Muhammadiif (SAW) qophaa’aa turan. Karaalee sankeessaa muraasa isaanii haala armaan gadii kanaan eeruun nidanda’ama:1-Nabiyoonni dhufaatii Nabii Muhammadiin (SAW) ummatagammachiisu-Nabi Ibraahim (aleyh salaam) Rabbiin Araboota keessaa nabiyyiiakka ergu ni kadhate. Rabbiinis kadhaa isaatiif awwaachuun NabiMuhammadiin (SAW) ni erge. Nabi Ibraahimii fi Ismaa’il bu’uuramana jalqabaa kana (Ka’abaa) erga olkaasanii
2-Ka’abaa Ijaaruu Keessatti Hirmaachuu Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaYommuu Nabi Muhammad (SAW) umriin isaa 35 gahu,Qureeshonni ijaarsa Ka’abaa haaromsuuf walitti qabaman. DhaabniKa’abaa ibiddii fi lolaan 2 waan tuqeef dhodhoo’uu jalqabe.Ka’abaan akkuma nabi Ibraahim (aleyh salaam) ijaaretti turte.Dheerinaan nama jiddu-galeessa yommuu caaltu dhagaa dhoqqeenykn simintoon wal hin qabsiifamne walirra tuulamuun tanijaarramteedha. Qureeshonnis Ka’abaa diiganii ol kaasuu fi xaaraaitti gochuu barbaadan. Garuu diiguu ni sodaatan.
5-Seenaan Nabiyyiin Khadiijaa fuudhuu, Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaNabiyyiin (SAW)fedhii foonii sadarkaa guddaa irra gahee guuttachuuf kan itti hinxiyyeeffanne ta’uu Muslimaaf ifa godha. Akkuma dargaggootabiroo fedhii foonitti garmalee kan xiyyeeffatu osoo ta’ee silaadubartii umriin Khadiijaa gadi taate ykn isa hin caalle fuudhuufhawwa ture. Garuu Nabiyyiin (SAW) Khadiijaa akka niitiitti kanfilateef kabajaaf amala gaarii ishiin qabduu fi yeroo jaahiliyyah“Dubartii qulqullinaa fi kabaja ofii eeggachuun”
NABİYYİİ (SAW) UMRİİDARGAGGUMMAA KEESSATTİ Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa1-Nabiyyiin (Saw) Khadijaaf Daldaluu fi Ishii FuudhuuKhadiijaa bint Khuwaylid dubartii abbaan manaa ishii irraa du’ee fikabajaaf qabeenya tan qabdu turte. Qabeenya ishiitiin akkadaldalan dhiirota ni qaxarti turte. Yommuu waa’een dhugummaadubbii, amaanaa eeguu fi bareedinni akhlaaqa Nabi Muhammad(SAW) ishii gahuu, qabeenya ishiitiin daldalaa ta’uun garaSooriyaa akka deemu isatti dhiyeessite. Daldaltoota biroo caalaaqabeenya akka isaaf kennitu waadaa
Barnoota asirraa fudhatamu Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa1-Dhugumatti haqummaan gatii daangaa hin qabneedha, wantamuraasa irratti kan daangeeffamuu miti. Rasuulli (SAW) ergamuundura hundee haqummaa keessatti hirmaachuu isaa akka kabajaguddaatti ilaale. Namni fedhe haqummaa bakkaan haa gahuu,gochi kuni mataan isaa faarfamuu kan qabuudha.2-Gamtoominni Fuduul dukkana jaahiliyyah keessatti akka bakkagammoojjii bishaanii fi biqiltoota of keessaa qabuuti. Kuni kanagarsiisu badiin hawaasa ykn sirna kam keessattuu yoo
8-Eeggumsa Rabbiin Nabiyyiif Godhee Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaRabbiin subhaanahu wa ta’aala Nabiyyii Isaa shirkii jaahiliyyah fisanama gabbaruu irraa eege jira. Imaamu Ahmad Musnada isaalakk.(17947) keessatti akka gabaasetti Hishaam bin Urwah abbaanisaa akkana jedha: Ollaan Khadiijaa tokko Nabiyyiin Khadiijaanosoo akkana jedhuu dhagahee jira nan jedhe: “Yaa Khadiijaa!Rabbiin kakadhee! Laata gonkumaa hin gabbaru, Uzzaas hingabbaru.” (Laata fi Uzzaa maqaalee sanama yeroo sanwaaqeeffatamaniiti). Nabiyyiin (SAW)
7-Hojii Tiikaa Irratti Bobba’uu Read More »
Seenaa IslaamummaaNabiyyiin (salallahu aleyh wassalam) erga akaakayyuun isaa du’eebooda abbeeraa isaa, Abu Xaalib jalatti guddifamuu fikunuunfamuu jalqabe. Abu Xaalib nama galiin isaa xiqqaata’eedha. Nabiyyiin abbeeraa isaa kana gargaaruuf tiiksee(tiiysitee)ta’uun hoolota eege. Nabiyyiin (SAW) isaa fi nabiyyoonni isaandura darban hoolota akka tiiksan ni beeksiisa. Inni warraMakkaatiif yeroo ijooollummaa hoolota tiiksaa ture. Haqa isaas(mindaa) abbaa hoolotaa irraa ni
Akkuma kutaa darbe keessatti jenne abbaan Nabiyyii (SAW),Abdullah ibn Abdul Muxxalib osoo nabiyyiin garaa keessa jiranaddunyaa tana irraa godaane (amri ta’e). Daldalaaf gara Sooriyaadeemee osoo deebi’aa jiruu karaa irratti dhibame. MagaalaaMadiinaa iddoo eessumman isaa jiran yommuu gahu ni du’e.Nabiyyiin (SAW) yommuu umriin isaa waggaa jaha gahu haati isaafira ziyaaruuf (daaw’achuuf) gara Madiina deemteen. Osoo garamanaa
Barnoota Asirraa Baratamu1-Baraka Nabiyyii (SAW) jireenya Haliima keessatti qabu Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaBarakaa jechuun guddachuu fi baay’achuudha. Haliimaan ergaNabiyyii(SAW) ofitti fudhatte jalqabee, jireenya ishee keessattibarakaan kuni ifa ta’ee jira. Harmi isii duraan aannan hin qabu ture.Erga Nabiyyii(SAW) ofitti fudhattee booda, harmi isii aannaniinguuttame. Ilmi isii halkan isaan hin raffisuu ture. Erga Nabiyyiiofitti fudhattee nagahaan rafuu jalqaban. Hoolonni isiitii fi abbaamanaa isii quufanii fi gur’uun isaanii aannaniin guuttame
DHALOOTAA Fİ GUDDİNNA NABİYYİİ (SAW) Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa1-Sanyii Nabiyyii (Sallallahu Aleyh Wassallam),Dhalootaa fi Guddina isaaKutaa darbe keessatti waa’ee gosa Qureeshii yommuu ilaallu sanyiiNabiyyii tuttuqnee turre. Sanyiin Nabiyyii sanyii hawaasa keessattikabajamtuu fi beekkamtuu taateedha. Mee amma gabaabinaansanyii Nabiyyii haa ilaalluu: Imaamu Al-Bukhaariin sanyiiNabiyyii haala kanaan tarreesse (hubadhu: “Ibn” jechuun “ilma”)Muhammad ibn Abdullah ibn Abdul-Muxxalib ibn Haashim ibnAbd-Manaaf ibn Qusayy ibn Kilaab ibn Murrah
Barnootaa fi faaydaalee seenaa warra Arbaa kanarraa fudhatamu Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa1-Kabajni Ka’abaa ifa bahuu. Ka’abaan mana jalqabaa ibaadaafdachii irratti hundeeffame ta’uu waliin kabajni fi gatiin inni qabuuguddaadha.2-Namoonni ummata ganan dhumarratti salphina ofirratti fiduu.Arabni gariin Abrahaaf basaastuu ta’an, gariin immoo garaKa’abaatti qajeelchuuf walii-galan. Namoonni kunniin jiruuAddunyaa tanaa fi Aakhiratti abaaramanii jiru. Mee ilaali akkafakkeenyaatti Abu Rughaal. Qabriin isaa mallattoo ganuu taate.Seenaa keessatti namoonni garmalee isa jibbu.
8-Seenaa Warra Arbaa (As’haabul Fiil) Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSeenaan kuni Qur’aanaa fi hadiisaan kan mirkanaa’eedha.Qur’aana keessatti suuratul fiil gara seenaa kanaa akeekti.Boodarratti suurah tana guutuu isii ni dhiyeessina. Hadiisa keessattiimmoo: Rasuulli (SAW) yeroo Hudeybiyyah hanga bakka As-Saniyyah jedhamtu gahanitti adeemsa itti fufan. Bakka kanattigaalli inni yaabbate jilbiiffattee gara fuunduraatti deemuu didde.Namoonni akkana jedhan, “Hal,Hal! (Jecha kana yommuu gaallideemu didde itti fayyadaman) Dhaabbachuu didde
7-Makka Keessatti Sanama (Taabota) Gabbaruun Akkamitti Jalqabame? Read More »
Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa, Seenaa IslaamummaaSanama jechuun suuraa wanta lubbuu qabus ta’ee kan hin qabnenamoonni kaasuun ykn bocuun kan gabbaraniidha. Wantinamoonni muka ykn dhagaa irraa bocuun gabbaran sanamajedhama. Ingiliffaan “Idol”, Amaariffaan, “Xaawot” jedhama.Taabonni Afaan Oromootiinis Amariffaanis waan ittifayyadamaniif sanama haala guutuu ta’een bakka bu’a jedhee hinyaadu. Garuu itti dhiyaata. Taabonni sanama keessaa gosa tokkojechuu dandeenya. Taabonni Kiristaanonni baadhatanii fiwaaqeeffatan, muka