Oromummaa fi Islaamummaa

Kallattii Miidiyaa

Kallattii Miidiyaa Read More »

Islaamummaa, Oromummaa fi Islaamummaa

Sagantaan raadiyoo yeroo jalqabaatiif Afaan Oromootiin tamsa’aa ture hiika Qur’aanaa Muhammad Rashaad Abdallaati. Bara warri Amaaraafi warri isaan hordofu Afaan Oromoo Raadiyoo cabsee ba’a jedhan keessa Muslimoonni Harar Moqaadishoo keessatti Raadiyoo Afaan Oromoo tamsaasu bananii tamsaasaa turan. Namni gocha kana irratti gahee guddaa qabu Muhammad Rashaad Abdullee ture. Namni kun guddina Afaan Oromootiif kallattii hundaan

Kallattii Daa’iifi Beektotaa

Kallattii Daa’iifi Beektotaa Read More »

Islaamummaa, Oromummaa fi Islaamummaa

Mamii tokko malee Oromoonni baay’een gorsaafi barumsa Islaamaa beektolee Islaamaa irraa argataniin Islaamatti seenaniiru. Fkn Oromoon shanan Gibee ani keessa jiraadhe hunduu maqaa nama naannoo isaaniitti Islaama baballisee sirriitti beeku. Isaan keessaa Sheykh Abdul Hakiimiifi Abbaan Arabuu Jimma keessatti, Sayyid Nasrullaan immoo Limmuun keessatti baay’ee beekamoodha. Aalimoonni dhibbi lamaa ol dhuma jaarraa kudha saddeettaffaa magaalaa

Kun jaarraa digdammaffaa jahaatamoota keessa ture.

Kun jaarraa digdammaffaa jahaatamoota keessa ture. Read More »

Islaamummaa, Oromummaa fi Islaamummaa

Torbaatamoota keessa immoo komminizmii Maarkiswaliin wal danqaran. Garuu akkaataan ikoonoomiijijjiiramuun, rakkinni argamuun, carraa guddaa isaaniifargamsiise. Achumaan maqaa gargaarsaatiinergamtoonni isaanii deebi’an. Gabateen armaan gadiikanaaf ragaa ifaadha.MaqaaergamtootaaLakk.Hordoftootaabara 1981Lakk. Hordoftootaabara 1989Jecha afuuraa 1,000,000 2,000,2000Adventistii 35,295 78,739Baabtistii 40,000 Lakk. isii hinargamuDaa’ima waggaa 12gadii (hordoftootasadan taranii)268,824Makaan iyyesuus 521,824 87,388Kaatooliik 560,000 Lakk. Isii hinargamuHundee Yesuus 22,000 40,000Kan biroo 42,000 Lakk. isii

Images 25

Dhuguma aadaan Oromoo baay’een isaa waan Islaamni deeggaruu

Dhuguma aadaan Oromoo baay’een isaa waan Islaamni deeggaruu Read More »

Islaamummaa, Oromummaa fi Islaamummaa

Aadaaleen boqonnaa taran keessattidubbanneefi kanneen biroo baay’eetu Islaamaan walgalu. Aadaa akkasii Islaamni sirriitti deeggara;jajjabeeffamuus qaba. Garuu wanti seera Rabbii faallessuMuslima irraa hin eegamu. Fkn shamarran dhiiraan walmakatanii sirbuufi kkf maqaa aadaatiin Muslimakeessatti geggeeffamuu hin qabu. Gochi kun badiiguddaa ta’uu bira taree sagaagalatti nama geessa. KunRabbiin dallansiisuu qofa osoo hin taane hawaasichashawaasa diigamaa naamuusa hin qabne

Seerri walii galaa hubatamuu qabu

Seerri walii galaa hubatamuu qabu Read More »

Islaamummaa, Oromummaa fi Islaamummaa

aadaan amantii wahiiirraa madde maalummaa amantii sanaa waan ibsuuf yoobu’uurri isaa Islaama keessa hin jiraanne amantiiIslaamaa keessatti dhorgamaadha. Aadaan sun kan sabafedhee ta’uu danda’a. Yeroo Ergamaan Rabbii (saw)ergaa Rabbiin biraa fidan Araboonni aadaa baay’ee qabuturan. Isaan keessaa sanama (taabota) gabbaruun aadaaamantii irraa fudhatame isa beekamaadha. Kanaafikanneen biroo waan seera Rabbii faallessan sirriitti duradhaabatanii falman. Fkn

Islaamaafi Aadaa Oromoo

Islaamaafi Aadaa Oromoo Read More »

Islaamummaa, Oromummaa fi Islaamummaa

Aadaa jechuun waan ummanni tokko bara dheeraa hojjachuudhaan ittiin wal bare ykn aadeffate jechuudha. Qabxiin namni hunduu hubachuu qabu sabni kamuu 3aadaalee gaggaarii deeggaramuufi aadaalee hamaasirreeffamuu qabu hammateera. Kana jechuun gochitokko aadaa saba wahii keessa jira jechuun gochi sunwaan gaarii ta’uuf ragaa miti jechuudha. Aadaaleen sabakamiituu hanqina mataa isaa qaba waan ta’eef. Aadaanmiidhaa dhaqqabsiisan aadaa

Uumamaan Sabaafi SablammoonniJiraachuu

Uumamaan Sabaafi SablammoonniJiraachuu Read More »

Islaamummaa, Oromummaa fi Islaamummaa

Rabbiin ni jedhe: “Nuti dhiiraafi dubartii irraa isin uumne; akka wal beektaniif jechas sabootaafi sablammoota adda addaa isin taasifne.” Wanti aayata kana irraa barannu ummanni gosaan, sabaafi sablammiidhaan adda ta’uun adeemsa uumamaati malee waan filannoo keenyaan dhufee miti. Kana jechuun namoonni sanyiidhaan, gosaan, sabaafi sablammiidhaan adda ta’uufi akaakuun isaanii baay’achuun waan namni dhuunfaa ykn dhaabni

Daadoo (Hinfala)

Daadoo (Hinfala) Read More »

Oromummaa fi Islaamummaa, Seenaa Islaamummaa

Namoonni dabaree naqachuudhaan hojii walii irratti daadoodhaan wal gargaaru. Namoonni daadoo waliin hojjatan dabaree naqatanii guyyaa tokko nama tokkoof hojjatanii guyyaa itti aanutti nama isa kaaniif hojjatu. Haala kanaan miseensota hundaaf hojjatamee wal ga’a. Marsaa lammaffaaf ammas irra deebi’amee jalqabama. Akkuma daboo hojiin hojjatamu dursamee himama. Meeshaan hojichaaf barbaachisu fudhatamee dhaqama. Daadoo keessatti kan nama

Scroll to Top